Safii San Keeysa Waatu Isiniif Jiraa Banadhaa Laaladhaa!
Sasaaba Yaada (Opinion Poll) fii Galmee Keeysummaa
Qooqa (Vote) kee kenni; Galmee Keeysummaa Mallateeysi (Galamee keeysummaa mallateeysuun fedhiini);
Qooqni Aango (Vote Is Power)!
Kuusaa Qooqaa (Total Vote) laalii; ma'aanaa (meaning/sense) siif kennu jaallan kee wajjii itti marihadhu.
Sasaaba yaadaarrati yaada maal qabda?
Irgaya Sasaaba Yaadaa (Result of The Opinion Poll)
Yaada Itti Amantu Kennuurraa If Duuba Hinje'in;Yaadni Kee Bu'aa Guddoo Qabaa Namoota Sifakkaatuuf.
|
Yoo Oromiyaa ayyaani tolee bilisoomte, filmaatni qubatoota daagabaastota Abiisiiniyaa maal taha jette yaada?
Mootummaa Oromiyaatti harka kennanii nagayaan jiraatuu filatan (2) |
67% |
|
Lola ummataa Oromiyaa keeysati banuu yokaa duguuga shaynii Oromoo oofuu filatu/duguu (0) |
0% |
 |
Garlamiidha/Baanachuun hindandayamu (0) |
0% |
 |
Yaada Biroo (adda babaasii katabi) view suggestions (1) |
33% |
|
Kuusaa Qooqa (Total Votes): 3
|
Gama Lohaalee (To Note Boards)
Gama Fuula Foollee Oromoo
Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm
Gama Gola Maxansaa
Gaaffii/Yaada: webmaster@kootaraabarruulee.50megs.com
|
Maaliif Kootaraan Kun Barbaachise?
Yaroo heduu barruuleen tahinsa (event) adda addaarrati bareeyfaman guyuma saniif itti faaydawamani darbaman. Guyyaa akkanaa waan akkanaa tahee ja'ame dhaloonni dhufu waan irraa baratu yokaa waan yaadatu hin arkatu. Waan dabree seenaa qopha odoo hintahin barnootaa fii moohixannoo irraa akama. Tanaafi gaa Kootaraan kun iddoo barruulee adda addaa ta seenaaf olkaayamuu qabdu itti olkaayamtu godhamte. Karaa lamaan faaydaa qabdii: akka libaraaritiisi akka kootaraatiisi. Barruulee haasawa tokkorraa (one sentence) haga kitaabaati seenaaf olkaayamuu qabdi jetan nuuf ergaa. Garuu madaalinsa keeynaan akka maxansinu nuuf beekaa. Erguurraa if hinqusatinaa, garuu barruun ergitan hundi maxanfamuu malaa maxanfamuu dhabuu mala.. Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm
Gama Gola Maxansaa
2004 Baatillee Oromoffaa-Ingliffaan (2004 in Oromo-English Months)
|
Gama Barruulee Qabsoo
Jaaramee Hindhumne
Gama Fuula Foollee Oromoo
Barruulee Aadaa
jaaramee hindhumne Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm Gama Gola Maxansaa
Gaaffii/Yaada: webmaster@kootaraabarruulee.50megs.com
|

Kootaraa kana akkamiti fi eeynufaa itti faaydahuu dandaya?
Fuula dura jijiiraminsi tokko yoo godhme male, ammaaf barruulee kan maxansuu dandayu bulchaa Kootaraa kanaati. Haga bitii gurgrii hin tahiniti namooni teeysoo Fuula "Weebii" kanaa qaban hundi barruulee tana dubisuu fii itti faaydahuu ni dandayan. Gola Maxansaa
Emeeylii Ergaa |