Kootaraa Barruulee
     
Mana (Home)

Waltajjii Marii (Discussion Forum)

Barartuulee (Flyers)

"Kaartuuna" (Cartoon)

Kaataalogii (Catalog)

Letters (Xalaayaalee)

 

Baga Gama Fuula Kootaraa Barruulee Dhuftan!

Kootaraa Barruulee kana jallati maaltu arkama?. Kootaraa kanaa barruulee Oromoo fii Oromiyaa laatu olkaayuu fii akka libaraariiti akka itti hojatamuuf jaarame. Amaaf barruulee akkam qofaatu asirrati maxanfama ja'ame wanni murtaahe hinjirtu. Kuni jechuun barruun aaynaa feetee maxanfamuu dandeeysi, haga seenaaf olkaayamuu yokkaa dubifamuu qabdii ja'ame itti amanameti. Barruulee tahinsa (events) laaltu yoo qabaatan nuuf ergaa.

Gama Fuula Foollee Oromoo

Gama Gola Maxansaa

Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm

Gaaffii/Yaada: webmaster@kootaraabarruulee.50megs.com  




Safii San Keeysa Waatu Isiniif Jiraa Banadhaa Laaladhaa!

Sasaaba Yaada (Opinion Poll) fii Galmee Keeysummaa

Qooqa (Vote) kee kenni; Galmee Keeysummaa Mallateeysi (Galamee keeysummaa mallateeysuun fedhiini);

Qooqni Aango (Vote Is Power)!

Kuusaa Qooqaa (Total Vote) laalii; ma'aanaa (meaning/sense) siif kennu jaallan kee wajjii itti marihadhu.

Sasaaba yaadaarrati yaada maal qabda?



Irgaya Sasaaba Yaadaa (Result of The Opinion Poll)

Yaada Itti Amantu Kennuurraa If Duuba Hinje'in;Yaadni Kee Bu'aa Guddoo Qabaa Namoota Sifakkaatuuf.

Yoo Oromiyaa ayyaani tolee bilisoomte, filmaatni qubatoota daagabaastota Abiisiiniyaa maal taha jette yaada?
Mootummaa Oromiyaatti harka kennanii nagayaan jiraatuu filatan (2) 67%
Lola ummataa Oromiyaa keeysati banuu yokaa duguuga shaynii Oromoo oofuu filatu/duguu (0) 0%
Garlamiidha/Baanachuun hindandayamu (0) 0%
Yaada Biroo (adda babaasii katabi) view suggestions (1) 33%

Kuusaa Qooqa (Total Votes): 3





Galmee KeeysummaaYaada Keeysan Naaf Kennaa
Maqaa (Name):
Emeeylii (Email):
Fuula Duraa (HomePage):
Eeysarraahi Ati (Where are
you from):
Yaada Kee (Your Comments):
Yaada yaadaa irrati sasaabuu feetuu as Kaahii (Put here the idea you want opinion poll on)
  Ergi



Gama Lohaalee (To Note Boards)


Gama Fuula Foollee Oromoo

Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm


Gama Gola Maxansaa

Gaaffii/Yaada: webmaster@kootaraabarruulee.50megs.com  



Maaliif Kootaraan Kun Barbaachise?

Yaroo heduu barruuleen tahinsa (event) adda addaarrati bareeyfaman guyuma saniif itti faaydawamani darbaman. Guyyaa akkanaa waan akkanaa tahee ja'ame dhaloonni dhufu waan irraa baratu yokaa waan yaadatu hin arkatu. Waan dabree seenaa qopha odoo hintahin barnootaa fii moohixannoo irraa akama. Tanaafi gaa Kootaraan kun iddoo barruulee adda addaa ta seenaaf olkaayamuu qabdu itti olkaayamtu godhamte. Karaa lamaan faaydaa qabdii: akka libaraaritiisi akka kootaraatiisi. Barruulee haasawa tokkorraa (one sentence) haga kitaabaati seenaaf olkaayamuu qabdi jetan nuuf ergaa. Garuu madaalinsa keeynaan akka maxansinu nuuf beekaa. Erguurraa if hinqusatinaa, garuu barruun ergitan hundi maxanfamuu malaa maxanfamuu dhabuu mala..

Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm


Gama Gola Maxansaa



2004 Baatillee Oromoffaa-Ingliffaan (2004 in Oromo-English Months)


Gama Barruulee Qabsoo

Jaaramee Hindhumne


Gama Fuula Foollee Oromoo

Barruulee Aadaa

jaaramee hindhumne

Filachuuf (To Vote):http://aboohaayoo.50megs.com/cgi-bin/polls/001/poll_center.htm

Gama Gola Maxansaa

Gaaffii/Yaada: webmaster@kootaraabarruulee.50megs.com  

Kootaraa kana akkamiti fi eeynufaa itti faaydahuu dandaya?

Fuula dura jijiiraminsi tokko yoo godhme male, ammaaf barruulee kan maxansuu dandayu bulchaa Kootaraa kanaati. Haga bitii gurgrii hin tahiniti namooni teeysoo Fuula "Weebii" kanaa qaban hundi barruulee tana dubisuu fii itti faaydahuu ni dandayan.


Gola Maxansaa



Emeeylii Ergaa
 
   
 

Injifannoo Ummata Oromiyaatiif! 61713